Amajjii 8/2017 (TOI) - Jilli Pirezidaantii Giddugala Qorannoo Misooma Mana Maree Mootummaa Chaayinaa Luu Haa'oon durfamu har'a ganama magaalaa Finfinnee dhufeera. Jilli kun Buufata Xiyyaaraa Idil ...
Itti aanaan kantiibaa bulchiinsa magaalaa Shaggar obbo Guyyoo Galgaloo turtii TOI waliin taasisaniin, bulchiinsi magaalichaa daldala seeraan alaa fi kontirobaandiirratti hojjechaa akka jiru ibsaniiru.